Jump to content

Template:Welcome-foreign/Oromo

From Tilcayo Cats, the lean encyclopaedia by Tilcayo Knowledge Systems

Baga nagaan dhuftan!

Akkam, Welcome-foreign, gara Wikipediaatti baga nagaan dhuftan! Yaaliiwwan Wikipedia fooyyeessuuf taasifaman yeroo hunda ni simatamu; haa ta'u malee, gumaachi isin taasistan yeroo ammaa Afaan Ingiliziitiin akka namootaaf faayidaa qabuuf gahaa ta'een hin barreeffamne. Afaan Oromoo irratti caalaatti beekumsa qabaachuu keessan fakkaata; Wikipedia Afaan Oromoo akka jiru beektuu? Bakka sana irratti gumaacha gochuu filachuu dandeessu. Haala kamiinuu, pirojektii kanaaf baga nagaan dhuftan, carraaqqii keessaniifis galatoomaa! Gargaarsa yoo barbaaddan, [[User talk:en>Wikipedia contributors|fuula marii koo]] irratti na beeksisuuf bilisaan na qunnamaa.

This page contains text imported from the English Wikipedia (source revision 1368202065). Its authors are credited under CC BY-SA 4.0: see the attribution record.